1. Cyber Security Awareness
z

A Guide to Online Safety

Beware of scammers in the digital world!

=
Never share your passwords in writing or by email.
=
Avoid clicking on suspicious or misleading phishing attack links.
=
Strengthen your passwords and change them regularly.
=
Use only secure websites and links.
=
If you encounter any unusual activity or suspect something, do not take any action before verifying it by contacting your bank branch or calling 840. Do not take any steps without confirming its legitimacy.

Addunyaa dijitaalaa keessatti gowwoomsitoota irraa of eeggadhaa!

=
Jecha darbii (password) barreeffama ykn emailiin gonkumaa hin qoodinaa
=
Kanneen marsariitiiwwan hamaa shakkisiisaa (phishing link) ta’aniin ergaman hin cuqaasin
=
Jecha darbii (password) cimsuu fi saffisaan jijjiiruu
=
Neetworkii nageenya qabu fayyadamuu (link, website).
=
Gochi hin baratamne ykn shakkisiisaa kamiyyuu yoo isiin mudate damee baankii akka deemtan ykn 840 bilbiltanii dhugummaa isaa osoo hin mirkaneessin tarkaanfii kamiyyuu akka hin fudhanne isin gorsina

በዲጂታል ዓለም ውስጥ ከአጭበርባሪዎች ይጠንቀቁ!

=
የይለፍ ቃሎችን (password) በጽሁፍ ወይም በኢሜል በጭራሽ አታጋሩ
=
አጠራጣሪ የሆኑ የተሳሳቱ የድህረገፅ ማስፈንጠሪያዎች (phishing link) የተላከላቹን አይጫኑ
=
የይለፍ ቃሎችን ማጠንከር እና ቶሎ ቶሎ መቀየር
=
ደህንነታቸው የተጠበቁ አውታረ መረቦችን (link,website) ይጠቀሙ
=
ያልተለመደ እንቅስቃሴ ና አጠራጣር ነገር ከአጋጠሞት ወደ ባንኩ ቅርንጫፍ በመሄድ አሊያም ወደ 840 በመደወል ትክክለኛነቱን ሳታረጋግጡ ምንም አይነት እርምጃ እንዳትወስዱ እናሳስባለን

Pin It on Pinterest

Share This
×