1. Press
  2. Hundeeffama Waggaa 10ffaa Tajaajila Baankii Dhala irraa bilisa

Hundeeffama Waggaa 10ffaa Tajaajila Baankii Dhala irraa bilisa

Baankiin Oromiyaa Hundeeffama Waggaa 10ffaa Tajaajila Baankii Dhala irraa bilisa OrooBarakaa itti Eegale ilaalchisuun midiyaaf ibsa kenne.

Ibsa kana irratti kan argaman Pirezdaantiin Mana Maree Waliigala dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa fi Walitti qabaan Koreen Gorsitoota Shari’aa Baankii Oromiyaa Doktara Kabajaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa, Rakkoo Ummatni Muusliimaa itti fayyadama Baankii waliin qabu dursee hubachuun Baankii Kamiyyu dura Baankiin Oromiyaa Tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa hawaasa Musliimaaf gumaache jedhani.

Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Baankii Oromiyaa Obbo Tafarii Mokonnin Baankiin Oromiyaa Tajaajila Kana Biyya keenyaaf gummaachuu isaatiin cinaatti Ulamoota beekumsa qabaniin waan gorsamuuf waggoota 10 darban guddiba walirraa hij cinne galmeessisuu himan.

Hundeeffamni Waggaa 10faa Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa OrooBarakaa Baankii Oromiyaa magaalota biyyatti keessatti sirnoota garagaraan ni kabajama.

Pin It on Pinterest

Share This

Share This

Share this post with your friends!

Share This

Share this post with your friends!

×